Artwork
iconShare
 
Manage episode 519956918 series 2805990
Content provided by CHALA ABATE. All podcast content including episodes, graphics, and podcast descriptions are uploaded and provided directly by CHALA ABATE or their podcast platform partner. If you believe someone is using your copyrighted work without your permission, you can follow the process outlined here https://staging.podcastplayer.com/legal.

SADAASA2025: SEENAA FDG, KALEESSA, HAR'AA FI BORU

QABSOO BARATTOOTA OROMOO BAROOTA 2000 KAASEE HANGA BARA 2018 TAASIFAMAA TURE KEESSATTI INJIFANNOOLEE AKKAMII GALMEESSEE AKKAMIIN AMMOO GALMA GA'UUF WAREEGAMNI ITTI KAFFALAME HANQATE? MAAL IRRAA BARANNA EGEREEF? HARDHA WARRA QABSOO BARATTOOTA OROMOO JALQABAA KEESSA TURAN WALIIN MUUXANNOO FI HAALA AMMEE XINXAALLA. ISAANIS DR DASSAALANY N.GUYYUU BARSIISAA YUNIBARSIITII FI DR.CAALAA O-ABDIISAA OGEESSA FAYYAA TI.

Kanneen karaa YouTube caqasuu barbaaddan Link armaan gadii kana https://www.youtube.com/live/dTkVAKKSUl8?si=Nmn9JEU_n-nTvmyv cuqaasaa

Send us a text

Support the show

  continue reading

228 episodes